Current File : /pages/54/47/d0016649/home/private/Daten/images/driversolutionpack/DriverPack/bin/languages/om.js |
window.languages["om"] = {
plural: function (n) { return Number((n != 1)) },
"installation_close_confirm": "Sirridhumatti addaan kutu ni barbaada? KUn garuu, Komputera kee seeran alaa akka hojeettu taasisa.",
"deviceclasses_bluetooth-single-main": "Meeshaa Bluetooth",
"deviceclasses_bluetooth-single-for": "Meeshaa Bluetooth",
"deviceclasses_bluetooth-plural-main": "Meeshawwaan Bluetooth",
"deviceclasses_bluetooth-plural-for": "Meeshawwaan Bluetooth",
"deviceclasses_cardreader-single-main": "Dubbistuu Kaardii",
"deviceclasses_cardreader-single-for": "Dubbistuu Kaardii",
"deviceclasses_cardreader-plural-main": "Dubbistuu Kaardiwwanni",
"deviceclasses_cardreader-plural-for": "Dubbistuu Kaardiwwanni",
"deviceclasses_chipset-single-main": "Chipsetti",
"deviceclasses_chipset-single-for": "Chipsetti",
"deviceclasses_chipset-plural-main": "Chipsettiwwaan",
"deviceclasses_chipset-plural-for": "Chipsettiwwaan",
"deviceclasses_inputdev-single-main": "Meeshaa Keessa galchittuu",
"deviceclasses_inputdev-single-for": "Meeshaa keessa galchittuu",
"deviceclasses_inputdev-plural-main": "Meeshawwaan keessa galchittuu",
"deviceclasses_inputdev-plural-for": "Meeshawwaan keessa galchittuu",
"deviceclasses_lan-single-main": "Kaardii Networkii",
"deviceclasses_lan-single-for": "Kaardii Networkii",
"deviceclasses_lan-plural-main": "Kaardiiwwaan Networkii",
"deviceclasses_lan-plural-for": "Kaardiiwwaan Networkii",
"deviceclasses_massstorage-single-main": "To’attaa (Kan To’attuu)",
"deviceclasses_massstorage-single-for": "To’attaa (Kan To’attuu)",
"deviceclasses_massstorage-plural-main": "To’aattoottaa",
"deviceclasses_massstorage-plural-for": "To’aattoottaa",
"deviceclasses_modem-single-main": "Moodomii",
"deviceclasses_modem-single-for": "Moodomii",
"deviceclasses_modem-plural-main": "Moodemiwwaan",
"deviceclasses_modem-plural-for": "Moodemiwwaan",
"deviceclasses_monitor-single-main": "Monitarrii",
"deviceclasses_monitor-single-for": "Monitarrii",
"deviceclasses_monitor-plural-main": "Monitariwwaan",
"deviceclasses_monitor-plural-for": "Monitariwwaan",
"deviceclasses_phone-single-main": "Bilbilaa Ismartii",
"deviceclasses_phone-single-for": "Bilbilaa Ismartii",
"deviceclasses_phone-plural-main": "Bilbilaa Ismarttiwwaan",
"deviceclasses_phone-plural-for": "Bilbilaa Ismarttiwwaan",
"deviceclasses_printer-single-main": "Pirinterrii",
"deviceclasses_printer-single-for": "Pirinterrii",
"deviceclasses_printer-plural-main": "Printerriwwaan",
"deviceclasses_printer-plural-for": "Printerriwwaan",
"deviceclasses_sound-single-main": "Kaardii Sagalee",
"deviceclasses_sound-single-for": "Kaardii Sagalee",
"deviceclasses_sound-plural-main": "Kaardiiwwaan Sagalee",
"deviceclasses_sound-plural-for": "Kaardiiwwaan Sagalee",
"deviceclasses_tvtuner-single-main": "Televizhinii barbaadu",
"deviceclasses_tvtuner-single-for": "Televizhinii barbaadu",
"deviceclasses_tvtuner-plural-main": "Televizhinii barbaaduwwaan",
"deviceclasses_tvtuner-plural-for": "Televizhinii barbaaduwwaan",
"deviceclasses_video-single-main": "Kaardii Vidiyoo",
"deviceclasses_video-single-for": "Kaardii Vidiyoo",
"deviceclasses_video-plural-main": "Kaardiiwwaan Vidiyoo",
"deviceclasses_video-plural-for": "Kaardiiwwaan Vidiyoo",
"deviceclasses_webcamera-single-main": "Kamerraa webbii",
"deviceclasses_webcamera-single-for": "Kamerraa webbii",
"deviceclasses_webcamera-plural-main": "Kamerraawwaan webbii",
"deviceclasses_webcamera-plural-for": "Kamerraawwaan webbii",
"deviceclasses_wifi-single-main": "Meeshaa Wi-Fi",
"deviceclasses_wifi-single-for": "Meeshaa Wi-Fi",
"deviceclasses_wifi-plural-main": "Meeshaawwaan Wi-Fi",
"deviceclasses_wifi-plural-for": "Meeshaawwaan Wi-Fi",
"deviceclasses_other-single-main": "Meeshaa kan biroo",
"deviceclasses_other-single-for": "Meeshaa kan biroo",
"deviceclasses_other-plural-main": "Meeshaalee kan biroo",
"deviceclasses_other-plural-for": "Meeshaalee kan biroo",
"activate_recommendations_title_programs": "Kan nutti isiin ajajnuu moosajii kanaf cufadha",
"activate_recommendations_title_protect": "Kan nutti isiin ajajnuu moosajii ittisoof cufamadha",
"activate_recommendations_button_programs": "Moosaajii kanaf kan barbaachisaan bana",
"activate_recommendations_button_protect": "Moosaajii ittisoof kan barbaachisan bana",
"programs_about": "Dabalata baradhuu",
"programs_eula": "Eyyemaa Walli galtee",
"programs_policy": "Seeraa dhunfaa",
"programs_btn_install_single": "fe’i",
"programs_btn_installed_single": "kan fe’amaan",
"settings_common-settings": "Hojimaatawan waligalaa",
"settings_error": "Dogogorraa ittisuu",
"settings_algorithm": "Algorizimii filaannoo Driverii",
"settings_language-title": "Afaan applikeshinii",
"settings_language-caption": "Akka hedduufi salphatti DriverPack wajjiin waligaltuuf, afaan dhaloottaa kee hojiimataa keessa filaadhu!",
"settings_language-anchor": "Odeeffanoo warraa jijjiirruuf",
"settings_language-href": "https://driverpack.io/om/info/translators",
"settings_logging-title": "Kufadhuu seenaa darbee",
"settings_logging-caption": "Seenaan Applicakeshinii kee kan kufamu yeroi Komputerii kee adeemsaa siressuu irrattidha kanaaf warra hojeettufi warraa gargaarruf sirreessuf akka tolutti dogogorraafi wantotaa ka’an kam iyyuu xiyyeeffanoo kennif.",
"settings_firebug-title": "Gabattee debug banu",
"settings_firebug-caption": "Fayyadamaa muxannoo qabessaaf, Enjineerronni DriverPack filannoo Firebug jedhuufi dogogorraa bifa salphaan ofii hubaachuf (F12 cuqasaa Gabattee banuuf)",
"settings_cleanup-title": "Fayelloottaa yeroo murasaa balleessi",
"settings_cleanup-caption": "Yeroo Komputerraa kee sirreesitutti, DriverPack-in fayyeellottaa barbaachisoo kan yeroo murasaa ta’aan Driverii fe’uuf ni fida. Takka Komputerii kee guuttumatti sireffamnaan, Kun arittiin fayyeellotta hin barbaachisnee Komputeraa kee keessa ni balleessa, Kunis akka ati bakka duwwaa hedduu Hard disk kee irraa qabattuuf si gargaraa.",
"settings_soft-and-utilities-title": "Fe’umsaa driveriif meeshalleefi moosaajii barbaachisofi fayyaadoo",
"settings_soft-and-utilities-caption": "Bifa sirriin Komputeraa kee Sirreessuuf, Driverii irraatti dabalataan moosaajiifi mana-kusaa sistemaa kan ta’an kanneen akka Visual C++, *.Net fi k.k.f ni barbaachisuu. Meeshaleefi Moosaajiin kun baay’ee fayyaadodha akkaa Meeshalleen Komputerraa keenya sirritti hojeettan kan akka USB 3.0, FN fi kannen biro. Sababaa kanaaf, akka isin isaan hin cufneef isin abbomnaa.",
"settings_soft-and-utilities-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_soft-and-utilities-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742910",
"settings_protect-title": "DriverPack Protect",
"settings_protect-caption": "Teknolojiin kunis Komputeraa kee akka malwarroottan hin nyaatamnefi beeksistotaa akka mosajii ittistotaa virusiifi aritiin mul’attu popup dhorkuuf baay’ee fayyaada. Sistemnii keenyas isaan akkasii dhorkuufi bakka duwwaa hedduu hard disk irraa akka qabanuuf nuu fayyadaa kunis komputerii keenya arittiin akka hojeettu taasisuu irraatti ga’ee isaa baha. Kan nutti isin ajajnuus kanumaafi akka baay’ee fayyadamtaniifi bu’aa qabessaa irraa tattanidha.",
"settings_protect-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_protect-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742915",
"settings_diagnostics-title": "Bifaa Yaalii banu",
"settings_diagnostics-caption": "Kutaab kun odeeffannoo guuttu waa’ee Komputeraa sirreessu qaba. Haa ta’u malee, Sababa qorannoon, Alogorizimiin DriverPack driverootta barbaachisoo hundaa sirritti ni fe’ufi arrittin taasisaa. Kun sababa nutti hundaa ol akka hin dhorkineef isiin ajajnuudha.",
"settings_expert-mode-title": "Bifa kana ogeessaa banu",
"settings_expert-mode-caption": "Fayyadamtoottaa ogeeyyi cimmoo ta’anif haala ogeessumma kan qoopha’ee. Haalli kunis DriverPack akka feedha ofitti sirreeffachuuf fayyadaa. Yeroo ga’een kun banamutti, haalli ogeeyyi ofiisaan banama.",
"settings_minify-menu-title": "Hammaa mul’istuu xiqqeessuu",
"settings_minify-menu-caption": "Akka hedduu mijattuuf yeroo hojimataa cimmoo wajjiin duree gam bittaa sirressu ni dandeessaa.",
"settings_authorization-title": "Haalla itti seensaa banu",
"settings_authorization-caption": "Erga bifa salphaafi mijataan keessa sente, Hojimataa dabalatafi wantotaa barbaachisoo hedduu argataa. kanneen akka sarvarii CDN irraa ariittin buusu, hojimataa kuusa kee keessatti galma’aan fi kan biro hedduu. Nutti akka ati keessa seente bu’aa kan hundaa argattuu si ajajna.",
"settings_news-title": "Oduu waa’ee diriverii mul’isii",
"settings_news-caption": "Kutaan kun odeeffannoo barbaachiso waa’ee diriverrii haarafi barbaachisoo ibsa.",
"settings_drivers-title": "Attattaman akka hin fe’a driveroottaa dhorkuu",
"settings_drivers-caption": "Yeroo tajaajili kun banamutti, Driveronni atatamaan akka fe’amaan ajajamaan ni cufamu.",
"settings_soft-title": "Diriveriin atatamaan akka hin fe’amnee dhorkii",
"settings_soft-caption": "Yeroo tajajillii kun banamutti, Mosajii nutti akka feettan isiin ajaajnu akka hin fee’amnee dhorkamu. Haa ta’u iyyuu malee, kana jechuun Mosaajii tolaa ta’ee hundaa komputeraa kee irraatti hin fe’amuu. Sirrii dhumaa caara kun akka deemu ni feetta?",
"settings_banners-title": "Odeeffannoo beeksisaa dhorki",
"settings_banners-caption": "Barrun kun odeeffannoo barbaachisoo waa’ee moosajii hedduu DriverPack n qaba of keessa qaba. Akka hin mul’anee dhorkuu ni dandeessa, garuu kana jechuun kuusaallee kan biroofi waan haaraa moosajii kana ni dhabda.",
"settings_notifier-title": "DriverPack Notifier",
"settings_notifier-caption": "DriverPack Notifier n yeroo maraa waa’ee rakkinaa Hardwarefi Moosajii sif ibsa. Rakkinaa sistemaafi miidhaa hin beekamne dhorkuuf fayyaada.",
"settings_notifier-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_notifier-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742952",
"settings_bug-report-title": "Filannoo dogogoraa banu (Error Catch)",
"settings_bug-report-caption": "Enjineerronni DriverPack Sisteemaa kana hojechuu kan isaan danda’aan Moosajin mataa isaan rakkinaa jiruu akka ibsuufi karaa furmataas ariittin akka kennuufi.",
"settings_bug-report-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_bug-report-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742960",
"settings_restore-point-title": "Tuqa booda deebi uumi",
"settings_restore-point-caption": "DriverPack n karaa baay’ee barbaachisaafi ariifachisaa Komputeraa sirressuufi diriverrii fe’uuf gargaruudha. Yeroo balaa kam itti iyyuu, yeroo Konfigurashinniin kumputeraa hin egallin, tuqaan booda deebi ni umamaa. Innis akka ati komputerraa kee gara duuran turteetti deebistuuf si fayyadaa.",
"settings_drivers-backup-title": "Booda deebi Diriverrii uummi (backup)",
"settings_drivers-backup-caption": "Fayyadamtootta hundaaf akka haali mijaattutti, Hojeettonni DriverPack haala ittin boodaf kuusa diriveerri keef Kuusa fayyilaa Kuusaa koo jedhuutti sif ka’a.",
"settings_system-check-title": "Filaanno Sistemaa mirkanessuu bani (System Check)",
"settings_system-check-caption": "Akka divayisonni komputeraa kee hundii hojeecha jiru mirkanneessuuf, gareen hojeettota DriverPack mirkaneessa Sistemaa komputerraa keessani baay’ee gaarii ta’ee hojeettaniru. Innis attattamaa hojeechuu jalqabaa akka cufamee bannameenifi arrittin akka divayisoonni hundii amma sirritti hojeecha jiran mirkanessaa.",
"settings_system-check-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_system-check-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742983",
"settings_statistics-title": "Odeeffannoo waa’ee sistemaa ergi",
"settings_statistics-caption": "DriverPack Boot hundaa wajjiin akka cimuuf, hojeettoni odeeffannofi data wallitti qabu (maqlessaa) ni barbaadu. Isaanis kannen akka konfigurashinni komputerraa, moosajii hojeecha jiru, dogogorraa sistemaafi odeeffannoo bira Google Analytics sif.",
"settings_statistics-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_statistics-href": "https://vk.com/topic-29220845_34742999",
"settings_machine-learning-title": "Filannoo barumsaa mashinii banu (Machine Learning)",
"settings_machine-learning-caption": "Sistemaa qalabii addaafi ammayyaa ta’ee injineerottaa sistemaa DriverPack nin hojeettame, innis akka sistemnii kee gaariitti hojeettu fayyadaa. Sababni isaas ofii kan barattu waan ta’ee, yeroo mara gaafa banamuu algorizimii filaanno diverri ni fooyyessuufi itti fufuun komputeraa konfiger gochuuf baay’ee arifattaafi qulqulliinaa kan qabuudha.",
"settings_machine-learning-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_machine-learning-href": "https://vk.com/topic-29220845_34743004",
"settings_bsods-title": "Sababottaa guracha’uu (BSoD) Iskirinii xinxallii",
"settings_bsods-caption": "Hammamtaan Gurracha’uu du’uu iskiriinii (BSoD) umamuu isaa dhibbantaa 0.3% gadidha, garuu yoo umamee, Aplikeshinniin keenya ofi isaa Windows log ni qorattaafi gabbasaa ni dhiyeessa qorataa Sistemaaf. Kunis akka rakkini kun amma booda hin deebinnee xiqqeessuf ni gargaruufi rakkinnii waal fakkattuu akka hin umamne taasisaa.",
"settings_bsods-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_bsods-href": "https://vk.com/topic-29220845_34743011",
"settings_collect-drivers-title": "Driverootta hafan buusi",
"settings_collect-drivers-caption": "Akka DriverPack diriveriin databazii hundaa qabattuf, funnanaan data addaa ta’ee hojeettamerrraa. Innis odeeffannoo wa’ee diriverroottaa komputeraa irratti fe’amanni ni funannaa. Yoo sistemni diriverottaa murasaa argees gara databazii keenyatti attatamaan ni galchaa. Datan kunis kanneen wal fakkaattu qofaan funanamaa.",
"settings_collect-drivers-anchor": "Dabalata barachuuf",
"settings_collect-drivers-href": "https://vk.com/topic-29220845_34743007",
"start_title_default_model": "Komputerraa kee",
"start_installation_option_mouse": "Mouse doesn’t function",
"start_installation_option_keyboard": "Keyboard doesn’t function",
"start_installation_option_printer": "Printer doesn’t work",
"start_installation_option_video": "Video doesn’t play",
"start_installation_option_sound": "No sound",
"start_installation_option_usb": "USB ports don’t function",
"start_installation_option_webcam": "Webcam doesn’t function",
"start_installation_option_games": "Games slow down",
"menu_create_recovery_point": "Tuqa booda deebi hojeedhu",
"menu_create_drivers_backup": "Driver booda deebisa hojeedhu",
"menu_add_remove_programs": "Moosaajjii fe’amee baleessu",
"menu_device_manager": "Hogannaa Meeshalee",
"menu_system_properties": "Amaloottaa Sistemaa",
"menu_display_properties": "Hojimaataa Mul’istuu",
"menu_power_options": "Filannoo Humnaa",
"menu_network_connections": "Wal qabattaa Networkii",
"menu_computer_management": "Hogannaa Komputerraa",
"menu_control_panel": "To’attaa walligallaa",
"menu_disk_management": "Hogannaa Disk",
"menu_task_manager": "Hogannaa hojjiwaanii",
"menu_cmd": "Sarara ajajjaa",
"start_license": "Eyyemaa Walli galtee",
"configurator-screen_downloading": "{{DOWNLOADED_SIZE}} keessa {{TOTAL_SIZE}} busaa jira",
"configurator-screen_title": "Ijarsaa DriverPack Offline",
"configurator-screen_caption": "DriverPack ofii kee buufachu itti fayyadamu ni dandeessan isaan yeroo internetin hin jiree hojeettan.",
"configurator-screen_btn": "DriverPack Offline – {{COUNT}} bu’aa",
"configurator-screen_completed": "Busuun xumurameerraa",
"configurator-screen_open-downloads": "Kutaa bakka itti bu’ee bani",
"configurator-screen_fail": "Busuun rakkoo goodhattee",
"configurator-screen_retry": "Yaalli biroo gageessi",
"configurator-screen_params": "Halduree buusuu",
"confirm_popup_install_eula": "{{PROGRAM.NAME}} fe’uuf itti walli nan gala akkasumaas {{LINK.EULA}} fi {{LINK.POLICY}} nan fuudhadha. Moosajiin kun baleffamuu ni danda’aa karaa 'Moosajii Dabaluu/Hir’isuu' jedhuu.",
"confirm_popup_eula": "Mosaajiin kana fe’uun, walli galtee {{LINK.EULA}} fi {{LINK.POLICY}} nan fuudhadha.",
"confirm_popup_eula-link": "Walligaltee eyyamaa xumuraa",
"confirm_popup_policy-link": "Seeraa dhunfaa",
"confirm_popup_install_button": "Fuudhadhu fe’ii",
"confirm_popup_title": "Fe’umsaa Moosajjii",
"confirm_popup_cancel_button": "Dhorkuu",
"confirm_popup_cancel_all_button": "Moosajjii hundaa dhorkuu ({{COUNT}})",
"diagnostics_section_title": "Qorannoo Sistemmaa",
"drivers_screen_list-name-title-unknown": "Deviyizii hin beekamne",
"device_row_current_version": "Verzhinnii ammaa",
"device_row_installation": "Fe’uu",
"device_row_update": "Haromsuu",
"driver_row_version": "Varshinnii",
"driver_row_date": "Guyyaa",
"drivers_row_current_driver": "Driverii ammaa",
"driver_row_driver-menu-state-install": "Fe’i",
"driver_row_driver-menu-state-update": "Haromsuu",
"driver_row_driver-menu-state-rollback": "Dubbatti debbisii",
"driver_row_vendor": "Omishtootaa",
"driver_row_inf": "Fayyelaa *.inf",
"driver_row_section": "Qodinsaa",
"driver_row_os": "Virzhinnii OS",
"drivers_row_recommended": "Kan ajajjaamu",
"driver_row_driver-menu-search": "Intarnetaa barbaadu",
"drivers_btn_install_all": "Hundaa fe’i <b>({{COUNT}})</b>",
"drivers_header_driver_for_computer": "Driveroottaa komputeraa kanaaf",
"drivers_btn_install_all_caption": "Moosajiiwwaan ajajaan akka hin fe’amnee gochuun hojimaataa keessatti",
"drivers_header_show_already_installed": "Driverottaa fe’amanifi kan biroo ilaali",
"drivers_header_show_additional_info": "Odeeffannoo dabalata ilaali",
"drivers_screen_most_important": "Driverii baay’ee barbaachisuu",
"drivers_screen_updates": "Driverii ol guddisuu",
"drivers_screen_utils": "Meeshallee driverii",
"drivers_screen_installed": "Driverii fe’amaan",
"drivers_screen_alternative": "Drivarii kan biroo",
"drivers_screen_show": "Mul’isuu",
"zero-drivers_cta-msg-caption": "Hangaa yonnaa rakkinaa mi’aa yoon hin furee, kana cuqassi {{LINK}}",
"zero-drivers_cta-msg": "Driverooni barbaachisoo hundii fe’amanirruu",
"zero-drivers_cta-msg-caption-link": "Irraa deebi’i fe’ii yookiis driveri gara boodatti deebissi",
"zero-drivers_support-btn": "Contact Support",
"zero-drivers_all-drivers-btn": "Show all drivers",
"zero-drivers_footer_device-manager": "Hogannaa Meeshalee",
"zero-drivers_footer_system-restore": "Sistemaa gara duraatti deebisi",
"drivers_screen_view_options_vendor": "Omishtootaa",
"drivers_screen_view_options_version": "Varshinnii",
"drivers_screen_view_options_date": "Guyyaa",
"drivers_screen_view_options_device_id": "DeviceID",
"drivers_screen_view_options_inf": "Fayyeelaa *.inf:",
"drivers_screen_view_options_section": "Qodinsaa",
"drivers_screen_view_options_os": "Virzhinnii OS",
"final_popover_old_driver": "Driverroottaa kanan dura",
"version": "Varshinnii",
"date": "Guyyaa",
"final_popover_new_driver": "Driverrii Foyya’aan",
"final_popover_new_driver_not_installed_caption": "Dogogorri yeroo fe’umsaa umamerraa kanaaf driveroonni duraanni bakka isaannitti deebi’u.",
"final_computer_setup_ok_title": "Ee eyyeen! Komputerrii kee haala gaariin sirreeffamee!",
"final_drivers_not_better_title_0": "Driveronni {{COUNT1}} hangaa kana {{COUNT2}} keessa fe’amanirru",
"final_drivers_not_better_title_1": "Driveroonni {{COUNT1}} nhamma kana {{COUNT2}} keessa fe’amanirruu",
"final_single_driver_better_installed_title": "Driveriin bifa gaariin fe’amerraa",
"final_single_driver_better_not_installed_title": "Driveriin hin fe’amnee",
"final_programs_some_finished_title_0": "Moosajii hammi {{COUNT1}} kun fe’amarraa hamma {{COUNT2}} kana keessaa",
"final_programs_some_finished_title_1": "Moosajjiin hammi kun {{COUNT1}} hamma {{COUNT2}} kana keessa fe’amanirruu",
"final_programs_all_failed_title": "Sagantaa moosajjii 0 fe’amanirruu hangaa {{COUNT}} keessa",
"final_single_program_failed_title": "Sagantaan moosaajii hin fe’amnee",
"final_offline_restart": "Konnekshinin networkii adda baheerraa. Maaloo DriverPack kana irraa deebiin kaasa driveroottaa haaraa fe’uuf.",
"final_drivers_ok_programs_subtitle": "Driveronni barbaachisoon hundiifi bu’aa qabeessi fe’amannirruu.",
"final_drivers_ok_subtitle": "Driveronni barbaachisoon hundii fe’amanirruu.",
"final_drivers_not_better_subtitle_0": "Haa ta’u iyyuu malee, Driveroonni barbaachisoo {{COUNT}} kun hin fe’amnee. Kanaafu, akka irraa deebittaani fettaan yookiis haala mi’aa keessani ilaaltan isin ajajnaa.",
"final_drivers_not_better_subtitle_1": "Haa ta’uu iyyuu malee, driveronnii barbaachisoon {{COUNT}} kun hin fe’amnee. Akka irraa deebittanni feetan yookiis adeemsa mi’aa keessanni akka mirkaneeffatan isiin ajajnaa.",
"final_single_driver_ok_programs_subtitle": "Driveronni barbaachisoon hundiifi bu’aa qabeessi fe’amannirruu.",
"final_single_driver_ok_subtitle": "Driveronnii barbaachisaan hundii fe’amaniruu.",
"final_programs_all_finished_subtitle_0": "Sagantaan moosajii {{COUNT}} hamma kana fe’amanirruu.",
"final_programs_all_finished_subtitle_1": "Moosajjiin {{COUNT}} fe’amanirruu.",
"final_programs_some_finished_subtitle": "Moosajjiin barbaachisoon tokko tokkoo hin fe’amin hafaan.",
"final_programs_all_failed_subtitle": "Moosajiin fe’uun kuuferraa.",
"final_single_program_finished_subtitle": "1 Sagantaa moosaajjii fe’amerraa",
"final_single_program_failed_subtitle": "Dogogorrii ta’e umamerraa kanaf, moosajiin kun hin fe’amnee. Irraa deebi’uun fe’aa ilaala.",
"final_main_remove_harmful_advice": "Malwarrin komputeraa keessa keessatti argamerraa. Tarkanfiin akka keessa balleessitan isiin ajajnaa.",
"final_main_remove_harmful_caption": "Gara komputeraa moosajii hin barbaachisnee irraa qulqulleessu deema",
"final_main_offline_reload": "Cufuu banuun driverii kee mirkaneeffadhu",
"final_main_next_btn": "Itti fufii",
"final_restart_installation_btn": "Takka fe’uun egalii",
"final_skip_btn": "Irraa darbii",
"final_install_required_drivers_btn": "Driveroottaa barbaachisoo fe’ii",
"loading_reboot": "Akkumaa fe’uun kun xumureen atatamaan akka komputera cuftanni bantaan isiin ajajnaa.",
"zero-drivers_footer_support": "Gargarsaa ogummaa",
"final_aside_installed_drivers_title_0": "Driveroonni {{COUNT}} fe’amanirraa",
"final_aside_installed_drivers_title_1": "Driveroonni {{COUNT}} fe’amanirruu",
"final_some_drivers_not_installed": "Driveronni tokko tokkoo hin fe’amnee",
"final_rollback_drivers": "Dogogorraa driverii gara boodatti deebisii",
"final_required_drivers_not_installed": "Driveronnii barbaachisoon hin fe’amnee",
"final_aside_installed_drivers_caption": "Moosajjii barbaachisoofi tola ta’aan isinii fenneerraa kan akka ittistuu vayirasii, browser fi toolkitti driverottaa. Hundii isaanni barbaachisoodha.",
"final_aside_remove_harmful_programs": "Moosajii hin barbachisnee baleessi",
"final_aside_install_additional_programs": "Moosaajii dabalata fe’ii",
"final_aside_some_programs_not_installed": "Moosajiiwwaan biron hin fe’amnee",
"final_aside_broken_devices_title": "Meeshaleen rakkinaa qaban ibsamanirruu",
"final_aside_broken_devices_caption": "Meeshaleen murasni Komputeraa kana irra hojeecha hin jiraan akkasumaa Diverii isaanif fe’uun kan hin danda’amneedha. Akka taajajilaa isaanii mirkaanessittaan isiin ajajna.",
"games_top_game_free_demo": "Verzinnii yaalii tola",
"games_top_game_free_paid": "{{SELLER}} kooppi taaphaa bittamee si barbaachisaa",
"games_top_game_play": "Taphachuu jalqabi",
"games_playkey_top_title": "Taaphaa <span class='games_title-marked bold'>taphaa cimaa</span> qabxii guddaa <br /> <span class='bold'>hojiitamaa Komputeraa dadhabbaa irratti iyyuu</span>",
"games_playkey_open_catalog_button": "Taphawwaan 150 kan kusaa taphaa kessaa jiran",
"games_playkey_cloud_title": "Taphni <span class='games_title-marked bold'>kallattin Kilawudi irraa</span> Sarvarii irraa, <br /> <span class='bold'>biroo, Komputer kee irraa hin fayyadaman</span>",
"games_playkey_cloud_img_pc_caption": "Komputerii gochaa fayyadamaa ni dadabarsaa",
"games_playkey_cloud_img_cloud_caption": "Mallatton gara Kilawudiitti darberraa",
"games_playkey_cloud_img_server_caption": "Taphni gemmii sarvarrii irrattidha",
"games_playkey_cloud_img_joystick_caption": "Rakkinaa tokkoo malee taphadhuu",
"games_playkey_create_account_button": "Dabtaraa banadhu on PlayKey irratti",
"gdpr-banner_text": "Odeeffannoo waa’ee komputerraa kee akka seera waligalteetti wallitti qabneerraa, kunis diriverri barbaachisoo komputeraa keef funanuuf jecha. Maaloo mee mirkaneessaa, nuttis hojii gaarii hojeechuu ni dandeenya.",
"gdpr-banner_decline-btn": "Kufisuu",
"gdpr-banner_accept-btn": "Mirkanneessi",
"header_authorize_button": "Senni",
"authorize_popup_logout_button": "Ba’ii",
"installation_header_subtitle": "Kun yeroo xiqqoo ni fuudhata garuu si tajaajilaa",
"installation_header_subtitle_installing-driver": "{{CLASS.SINGLE.FOR}} driverii fe’aa jira",
"installation_header_subtitle_installing-program-plural": "{{CATEGORY.PLURAL.FOR}} fe’aa jira",
"installation_header_subtitle_installing-program": "{{CATEGORY.SINGLE.FOR}} fe’aa jira",
"installation_header_subtitle_downloading": "Fayyelloonni barbaada jira",
"installation_header_preparing": "Tuqaa booda deebi ummaa jira…",
"installation_header_title": "Komputerraa kee sirreessaa jiraa…",
"installation_header_promo_try": "yaalli",
"installation_header_promo_more": "dabalata baradhuu",
"installation_header_promo_install": "fe’i",
"installation_header_promo_fb": "Hawasaa Facebook irraa",
"installation_header_promo_license": "Eyyemaa Walli galtee",
"installation_item_category_restorepoint": "Tuqa booda deebi",
"driver_class_bluetooth": "Meeshaa Bluetooth",
"driver_class_cardreader": "Duubistuu Kaardii",
"driver_class_chipset": "Chipsetti",
"driver_class_inputdev": "Input device",
"driver_class_lan": "Kaardii Networkii",
"driver_class_massstorage": "Ittistoottaa",
"driver_class_modem": "Modemii",
"driver_class_monitor": "Monitarrii",
"driver_class_phone": "Mobayilii ammayyaa",
"driver_class_printer": "Printerrii",
"driver_class_sound": "Kaardii Sagalee",
"driver_class_tvtuner": "Televizhinii barbaadu",
"driver_class_video": "Kaardii Vidiyoo",
"driver_class_webcamera": "Webcameraa",
"driver_class_wifi": "Meeshaa Wi-Fi",
"driver_class_other": "Divisoottaa kan biro",
"soft_category_archiver": "Yaali kusaa galmee wajjin",
"soft_category_browser": "Adeemsaa intarnetaa irratti arrifataafi qulqullinnaa qabu",
"soft_category_viewer": "Suuraafi galmeewwaan ilaalu",
"soft_category_messenger": "Bilbilaafi ergaa tola",
"soft_category_internet": "Internet utilities",
"soft_category_player": "Vidiyoo ilaalu",
"soft_category_backup": "Kuusaafi data booda deebisu",
"soft_category_antivirus": "Ittisaa vayirasii",
"soft_category_system": "Systemii barbaachisoo",
"soft_category_drivers": "Adeemsa driveriif meeshalee barbaachiso",
"installation_item_eula": "Eyyemaa Walli galtee",
"installation_item_policy": "Seeraa dhunfaa",
"installation_error_download": "Buusun gogorraa qaba",
"installation_error_unzip": "Dogogorraa golguu dhisuu",
"installation_error_install": "Dogogorraa fe’u",
"installation_error_restore_disabled": "Dogogorraa: hojimataa sistemaan dhorkamaadha",
"installation_error_restore_not_created": "Uummun dogogorraa",
"installation_progress_stage_creating": "Ummaa jira…",
"installation_progress_stage_created": "Sirritti uumamerraa",
"installation_progress_stage_waiting": "Bu’uuf dabarree isaa egaa jira",
"installation_progress_downloading_speed": "safisaa",
"installation_progress_downloading_of": "cufi",
"installation_progress_downloaded": "kan bu’aan:",
"installation_progress_stage_downloading": "Barbaadu…",
"installation_progress_stage_downloaded": "Fe’amuuf dabaree isaa egaa jira",
"installation_progress_stage_unzipping": "Bannuu.",
"installation_progress_unzipping_unzipped": "bannamee",
"installation_progress_stage_installing": "Fe’uu…",
"installation_progress_stage_done": "Xumuree",
"installation_canceled": "Kufistee jirtaa",
"installation_title_name": "Kanneen fe’aman",
"restart_popup_title": "Reboot is needed to go on",
"restart_popup_caption": "Your computer will be rebooted in {{REMAIN.TIME}}…",
"restart_popup_button": "Reboot",
"installation_item_description_restorepoint": "Yoo dogogorii umamee ta’ee gara boodatti deebisuuf ni gargaruu",
"loading_backup_drivers": "Booda deebin driverii umamerraa",
"loading_backup_done": "Kuusan booda deebi diriverii sirritti umamerraa",
"loading_button_finish": "Xumuree",
"loading_backup_failed": "Dogorii umamerraa yeroo kuusaa booda deebii umamuutti",
"about_run_error": "Rakkinii umamerraa yeroo adeemsa DriverPack Solution <br> <br> Yoo rakkinii kun itti fuufee nuuf bareessa e-mail support@drp.su",
"loading_preparing": "Moosajiin kun itti fayyadamamuuf qoopha’erraa…",
"loading_system_scanning": "Sirreefamaa Komputeraa kee mirkanessaa jiraa…",
"loading_sending_api_request": "Data Sarvarrii Kilawudii irraa barbaada jiraa…",
"loading_checking_installed_programs": "Moosajii kana xinxalaa jira…",
"loading_ordering_drivers": "Tora fe’umsaa diriverii basaa jiraa…",
"menu_install_drivers": "Komputerraa irraatti driveri fe’uu",
"menu_drivers": "Driveroottaa",
"menu_install_programs": "Diriveroottaa",
"menu_programs": "Moosaajii",
"menu_protect_title": "Gargaraa dhorkaa vaayirasi",
"menu_protect_clean_up": "Ittisuufi qulqulleessu",
"menu_computer_diagnostics": "Qorannoo haala komputeraa",
"menu_diagnostics": "Qorannoo",
"menu_cloud_games_title": "Komputeraa kam irratti iyyuu taphaa baay’ee cimaa ta’ee taphaadhu",
"menu_cloud_games": "Taphaa",
"menu_cloud_games_new": "Haaraa",
"menu_settings": "Hojimaataa",
"menu_bugreport": "Waa’ee dogogorraa gabasuu",
"no-internet-screen_header-title": "Hariroon Servarii wajjiin hin jiru",
"no-internet-screen_guide-title": "Driveroottaa barbaachisoo hundaa internetii malee akkamin fenna?",
"no-internet-screen_guide-step-1": "Sadarkaa 1",
"no-internet-screen_guide-step-1-action": "Komputera biraan <span class=\"bold\">driverpack.io/om/foradmin</span> ilaala",
"no-internet-screen_guide-step-2": "Sadarkaa 2",
"no-internet-screen_guide-step-2-action": "<span class=\"bold\">DriverPack Offline Full</span> bufaadha yookiis <span class=\"bold\">DriverPack Offline Network</span> gara USB filaashiti dabarsaa komputeraa keessan irratti internetii malee fe’uuf <br /><br /> <span class=\"bold\">DriverPack Offline Network</span> Driverottaa Networkii (Lan/Wi-Fi), Sararaa interneti malee hangaa (500 MB) <br /><br /> <span class=\"bold\">DriverPack Offline Full</span> diriverootta hundaa internetii malee fayyadama",
"no-internet-screen_guide-step-complete": "Xumuree",
"no-internet-screen_guide-step-complete-action": "Moosajii kana jalqabsisuun si’umaa tokkoon fe’a",
"programs_header_text_title": "Moosajii barbaachisoo hundaa bakka tokkootti",
"programs_btn_install_all": "Moosajii barbaachisoo <b>({{COUNT}})</b> fe’a",
"programs_header_text_caption": "Ammaa boode moosajii tokko tokkoon barbaadun hin barbaachisu. Si’ummaa tokkoon hundaa haala salphaan fe’a.",
"drivers_program_recommend": "Moosajiiwwaan DriverPack ajajuu",
"drivers_program_counter": "Moosajiiwwaan ajajamaan",
"protect_row_rating": "Madaluu:",
"protect_row_size": "Hammaa:",
"protect_row_publisher": "Kan rabsuu:",
"protect_row_version": "Verzhinnii:",
"protect_row_install_date": "Guyyaa fe’insaa:",
"protect_rating_level_large_appesteem": "Moosajii hin amaleffatamnee (70% fayyadamaan irraa baleessa)",
"protect_rating_level_large": "isaan akka irraa baleessitan isiin ajaajna",
"protect_rating_level_middle_appesteem": "Moosajii hin amaleffatamne",
"protect_rating_level_middle": "isa kanas baleessu ni dandeessa",
"protect_rating_level_small": "Isa kan hambisuu ni dandessaa",
"protect_rating_level_large_caption_appesteem": "Fayyadamtonni keenyaa 70% irraa baleessaniru",
"protect_rating_level_large_caption": "Moosajii kana irraa baleessa sababni isaa fayyadamtonni 70% baleessanirru.",
"protect_uninstall_single": "balleessi",
"protect_clean_up_btn": "Komputeraa eguufi qulqulleessu",
"protect_remove_all_btn_uninstalling": "Moosajjiin hin fayyadnee kun ni badu: {{COUNT}}",
"protect_remove_all_btn_installing": "Moosajiin barbaachisoon ni fe’amu: {{COUNT}}",
"protect_installed-programs_api_failed": "Sararii Interneti hin jiru. Toori networkii moosajii komputeraaf barbaachisan ilaaluf fayyada.",
"protect_installed-programs_no_harmful": "Moosajiin barbaachisoo hin tannee komputerraa kee irraa hin jiran",
"protect_clean_up_header_title": "DriverPack Protect — Ittisaafi qulqullinnaa komputeraa kee",
"protect_clean_up_header_caption": "DriverPack Protect moosajii hin barbaachise qulqulleessufi komputaraa keef egumsaa taasisu irraatti ittisaa vaayirasii kan akka: rakkinaa fiduufi beeksisaa hin barbaachisnee ittisuu, dhabamsisuufi dhorkuuf gargaraa.",
"protect_installed_programs_title": "Moosajii komputerraa kana irratti fe’aman",
"protect_installed_programs_switch_appesteem": "Moosajiiwwaan hin amaleffatamne qofa mul’issi",
"protect_installed_programs_switch": "Moosajii shakisisoo qofa mul’isii",
"protect_show_more": "Baay’ee ilaali",
"protect_security_programs_title": "Moosajii iciittaf barbaachiso ta’an",
"scan-screen_start-title": "DriverPack will install all drivers and totally configure your computer",
"scan-screen_start_subtitle": "Start up scanning to begin configuring",
"scan-screen_start_btn": "Scan the system",
"settings-header_title": "Hojimataa fayyadamaa ogeessaf",
"settings-header_caption": "DriverPack kan hojeettame warraa hogannuf ture haa ta’uu iyyuu malee fayyadamaaf baay’ee ifaafi gaariidha. Itti fayyadamuun, Addunyaa guutu irraa hogantonni sistemaa miliyonnaa konfigar gochuu qofaa osoo hin tannee akka isaanniti toleettifi isaanif mijaattetti DriverPack sireeffachu ni danda’ua. Algoriziim haaraa ammaa immoo akka komputerrii kee hedduu hojeettuf gargaraa. Mee yaalimee DriverPack — akka ati jaallattu maamii hin qabnu!",
"settings-screen_license": "Eyyemaa Walli galtee",
"start_caption_select_problems": "Or, check what exactly doesn’t function on your PC",
"start_button_problems_selected": "Install ({{COUNT}})",
"start_button_install_drivers": "Diriveroottaa hundaa fe’i.",
"start_button_install": "Atatamaan Komputeraa kana sireessi",
"start_title": "{{MODEL}} Atatamaan sirressuu",
"start_expert_mode": "Bifa ogeessaa",
"start_expert_mode_label": "Hojimataa ogeessa",
"footer_site": "DriverPack baleessu",
"start_drivers_title_0": "Driverin {{COUNT}} fe’amerraa",
"start_drivers_title_1": "Driveronni {{COUNT}} ni fe’amaniruu",
"start_drivers_utils_popover": "Diriverrifi tulkittin diveri akka komputeri kee sirritti hojeettuf filaamun fe’amuuf qoopha’a ta’eerraa. Yerummaa fe’uun egaluus tuqaan booda deebi ni umamaa.",
"start_drivers_popover": "Diriverronni hundii komputeraa kee irratti fe’amuuf qoopha’oo ta’annirruu. Osoo inni hin egalliin tuqan booda deebi ni umama.",
"start_programs_title_driver_utils_0": "Driverin toolkit {{COUNT}} fe’amerraa",
"start_programs_title_driver_utils_1": "Driveriin toolkit {{COUNT}} fe’amerraa",
"start_programs_title_0": "Moosajiin {{COUNT}} fe’amerraa",
"start_programs_title_1": "Moosajiin {{COUNT}} fe’amanirruu",
"start_programs_popover": "Moosajjiwwan tola kana gadi hundii komputeraa kee irraatti fe’amuuf filaaman: Ittisa Vayyirasii, Archiverrii, Browzerriifi Driver toolkit — hundii haala mijeessuf ni gargaruu.",
"start_programs_eula": "Eyyemaa Walli galtee",
"start_programs_policy": "Seeraa dhunfaa",
"start_diagnostics_title": "Yaalin kun rawateerraa",
"start_diagnostics_popover": "Akkuma fe’uufi Sistemiin cufee banuun, adeemsa yaali DriverPack ni egalaa kunis driveriin hundii hamma barbaachisuu hojeechu mirkaneessa.",
"start_diagnostics_network": "Mirkaneessaa Toora networkii",
"start_diagnostics_video": "Mirkanessaa Kaardii Vidiyoo",
"start_diagnostics_audio": "Mirkanessaa Kaardii sagalee",
"start_diagnostics_other": "Mirkanessaa meeshalee biroo",
"delorean_use_remote_confirm": "Intarnettin safisaa garii qabu komputeraa kee irraa argameerraa. Databeziin waa’ee diriverrii guutun Intarnettaa irra jira. akkasumaas Varzinii haaraa kan of keessa qabudha. Databezii networkii irraa fayyaadamu ni barbaada? (Hammamtaan Tirafikaas ni danda’amaa)",
"games_playkey_top_witcher_3_demo": "The Witcher III Wild Hunt",
"games_playkey_top_doom_demo": "Doom",
"games_playkey_top_sid_meiers_civilization_vi_demo": "Sid Meier’s Civilization VI",
"games_playkey_top_resident_evil_7_demo": "Resident Evill VII Biohazard",
"games_playkey_top_gta_5": "Grand Theft Auto V",
"games_playkey_top_overwatch": "Overwatch",
"installation_header_promo_title_cloud": "Wantaa haaraa: DriverPack Cloud Beta",
"installation_header_promo_text_cloud": "Sababa teknolojii haarawwaan barumsaa maashinnin tuqaa addaa bahinsaa tilmaamun ni danda’ama. akkasumaa furmaattas kannen umamaniif ni dhiyeessaa.<br>Verzinii Beta yaaluufi yaada keessan nuf hiruu hin dagattinna — kunis DriverPack Cloud akka fooyyesinuufi akka hedduu nu gargaruuf fayyadaa.",
"installation_header_promo_title_avast": "Maaltu Avast hundaa irraa gaarii goodhe?",
"installation_header_promo_text_avast": "Avastaan ittisa vaayirasii baay’ee beekama addunyaatti sababni isaas komputerraa sirnaan egaa waan ta’eef, suttumee waan hin taasisneefi baay’ee akka ittisaa vaayirasii dabalatatti ni hojeetta. <br /> Kana caalas hedduu immoo tola waan ta’ee dhugaadhan akka itti fayyaadamtaan isiin ajaajna.",
"installation_header_promo_title_catalog": "Driveroottaa akkami ofii barbaadachun danda’ama?",
"installation_header_promo_text_catalog": "Warra ofii fe’uuf diriveerri barbaadaniif, akka barbaaduf ta’uutti bakkee barbaacha qopheesinerraa kanas DeviceID yookiis maqaa isaan barbaadu ni dandeessuu. Databeziin barbaacha kunis diriveroottaa miliyoonna ta’aan of keessa waan qabuuf guddichaa addunyaa ta’ee jira. Burqaan barbaacha kunis yeroomma yerootti ni yaalama, Kunis akka yeroo hundaa haaraa ta’uuf taasisaa.",
"installation_header_promo_title_authorization": "Keessa seeni hojimataa kee kufachuuf",
"installation_header_promo_text_authorization": "Akka nama qulfin seene hojimataa amma amma sirreessun hin barbaachisu. Isan sadarkaa kutaa — ofii keessatti waan kufamuf attatamaan yeroo meeshalee hundaa irraatti hojeechuu danda’aa. Gara keessatti qulfiin kan keessan hundii Sarvarii CDN diriverii buusuf hedduu ariifachisu. Fayyidaan qulfiin seenu kan bira immo hojimataa dabalataa kan banamuu taasisuun ofii akka feedhatti foyyeessuf ni barbaachisu.",
"installation_header_promo_title_opera": "Wanti gaariin waa’ee Opera Browser maali?",
"installation_header_promo_text_opera": "Operaan yeroo qusataa birawuserri of keessa teknolojii haarawwaa hedduu kan qabu isaan keessa VPN, beeksisaa hin barbaachisnee balleessituufi filaanno Vidiyoo ilaaltu qofaatti kan qabuudha. Verzinni haarawwaa isa biraan buraweriin hundii dhibbentaa 13% n isaan duraa caala. Kunis Opera birawserri baay’ee saffisa qabu isa taasisaa.",
"installation_header_promo_title_how_it_works": "DriverPack akkamin hojeetta?",
"installation_header_promo_text_how_it_works": "Yaalan app yeroo ka’uutti qorannoo mataa isaan moosajii meeshale kamiif diriveri kam kan jedhuufi maaltu fe’aamefi maaltu haromaa adda basa. Sababa teknolojii barumsaa mashinnin, DriverPack diriveroota hedduu barbaachisoo ta’aan qofa filaata. Akka appin keenyas sirritti komputeraa keenya sirressuuf, databezii guddichaa addunyaa wallitti qabnerraa kunis diriverootaa miliyonnaa ol ta’anidha. Dabalatas, Sarvarri saffisaa guddaafi Teknolojii Kuusa dummessaa, Innis sirresuu Komputera keenya guddisuufi safisisuuf gargaraa.",
"installation_header_promo_title_win_10": "Maalif Windows 10 irratti diriverii ol guddistaa?",
"installation_header_promo_text_win_10": "Seeneessi Windows 10 n dandeetti ofi isaan driverootta komputeraaf barbaachisuu fe’uu ni qaba jedhu. Kan nama gaddisisuu, kun dhugaa miti — yeroo baay’ee, Windows 10 n diriveroota waltawaa qofa fe’aa, osoo dhunfaa isaanif hin filliin. Driveroota xiqqeenyafi kan yeroon irraa darbee, guutumatti hin qabu. Akka caara ta’ee, DriverPack n dirivoota mi hundaa ol ni filaata.<br /><br />",
"installation_header_promo_title_social": "Hawasaa DriverPack tti dabalami",
"installation_header_promo_text_social": "Garee haawasumaa keenya keessatti yeroo mara gaafii waa’ee moosajii ka’uuf deebisna, Odeeffanoo waa’ee haarawwaafi teknolojii keenyaafi odeeffannoo wa’ee haaraafi dabalataa industirrii waa’ee IT.",
"installation_header_promo_title_protect": "Akkamin DriverPack Protect komputeraa gargaraa?",
"installation_header_promo_text_protect": "Kun moosajii dabalataa komputerraa kee qulqulleessufi maxantuu yeroo tokko tokkoo ittisaan vaayirasii balleessu hin dandeenye dhabamsisaa. DriverPack Protect n bakka kuusa baay’ee akka qabanuufi taajajilaa komputeraa keenya safisisuuf gargaraa.",
"installation_header_promo_title_restore": "Tuqa booda deebii sistemaa",
"installation_header_promo_text_restore": "DriverPack n yeroo hundaa tuqa booda deebi osoo diriverii fe’uu hin egallin ni ummaa.<br /><br /> Yoo sistemni kee rakkinaa goodhatte yeroo kam iyyuu gara boodatti deebisuu ni dandeessa.",
"installation_header_promo_title_browsers": "Birowseriin gaariin kan bira hin ta’u",
"installation_header_promo_text_browsers": "Akka ragaa istatiksitti, namoonni dhibbaanta 70% ol ta’aan yoo xiqqatee birawuseri lama intarnet hoo hojeettuf fayyadamu. Birawuserrin nutti isinif dhiyeessine kun bu’aa mataa isaani ni qabu: Yandex. Afaan rushiyaa wajjiin hojeechuuf bu’aa guddaa qabu. Namooni Operaa ni filaattu haala salphaan websayyitti gallufi VPN fayyaadamu. akkasumaa Firefox plugin fi maxantuu dabalachuun internet gaarii akka arganuu taasisu. Maalif hundaa isaa hin qabanuufi hin fayyadamnu? Isaan komputera keenya saffisa isa hin xiqqeessan. Hojii komputeraa keenya qoqoduun saffisuuf gargaruu. Fakkeenyaf.",
"installation_header_promo_title_driverpack_for_all": "DriverPack komputerraa kamiffuu ni ta’a",
"installation_header_promo_text_driverpack_for_all": "Meesha kompueraa keenya haala fennun nuuf sirreessufi attatam rawwachisuu hojenneerraa. DriverPack n diriverootta miliyoonnaa ol of keessa qaba. Innis komputeraa cuqasaa si’ummaa tokkoon sirressaa. Kanumaa irraa ka’uun, diriverroonni fe’amaanif gargarutoonni, of egannoon moosajiin filaaman (Sirreessaa kan wallitti qabataa), akkasumaas yaali qorannoo komputeraa. Kan jechuun, DriverPack n komputeraa kee guutumattifi haala gaariin cuqasaa tokkoon bu’aa qabessaa taasisaa.",
"installation_header_promo_title_istart": "Teknolojii haaraa ni jaallata? Maare degarii jalqabaa gaarii",
"installation_header_promo_text_istart": "Gaafa yaadu kutaan barbaadu kan yeroon irraa darbeedha? Yoo ta’ee, garee bustottaa young iStart gargarrii isaan ilaalcha mataa isaanni kutaa barbaacha wajjiin qabu: bandi barbaada addaa, beeksisaa attatamaa baleessu, kan walliin isaa hin beekamne — fi kun hundii jalqabaa. Teknolojiin kun hundii kan hojeettama jiruudha sadarkaa Alpha-yaali banatti garuu gad lakkifamirruu yaalu ni dandessaa.",
"softcategories_archiver-single-for": "Kuussa fayyiloottaa",
"softcategories_browser-single-for": "browserrii",
"softcategories_viewer-single-for": "moosajii ilaalu",
"softcategories_messenger-single-for": "Moosaajii Ergaaf",
"softcategories_internet-single-for": "Moosajii toraa networkii intarnetaa irraa hojeettu",
"softcategories_player-single-for": "Taphachuuftuu Midiyaa",
"softcategories_backup-single-for": "meeshaa booda deebif",
"softcategories_antivirus-single-for": "Ittisaa Vayyirasii",
"softcategories_system-plural-for": "Barbachisoo Sistemaa",
"softcategories_drivers-plural-for": "Diriverriin akka hojeettuf tullii barbaachisaan",
"installation_application_restart_confirm_text_1": "Yeroo diriverriin fe’aan akka moosajii hundaa cuftaan isiin ajaajna",
"installation_application_restart_confirm_text_2": "Kanneen yeroo fe’umsaa cufaanifi ataatamaan ka’aan:",
"installation_application_restart_confirm_title": "Gorsaawwaan",
"deviceproblems_usb_connection": "Sababa USB portiin kee rakkinnaa qabuuf diriverrii irraatti fe’uun baay’ee kan hin danda’amneedha. Rakkinaa kana furuuf, meesha USB kee irraa deebi’uun Itti galchii yaali. yookiis Shuboo itti hidhamee jiruu bakka buusi. Yoo kun furuu diddee, Rakkinaa wayyi adeemsa porti keefi meeshale biroo wajjiin jira ta’a.",
"deviceproblems_root_legacy": "Meeshaan diviyisiin kun sistemaa kee keessa hin jiru garuu ergaa moosajii gargaraan kee bade hafteen isaa ni jiraata. Rakkinaa kana furuufis, Warra registry keessa hundaa ballessuu, kunis harkaan yookiis fugugaa biroo fayyadamuun.",
"deviceproblems_vpn_no_need_drivers": "Virtuall VPN kannaf diriverrii fe’uun hin barbaachisu",
"deviceproblems_damaged_system_driver": "Kun sistemaa waltawaa sababa garagaraan kan hojeechuu dhabeedha, yookiis Verzhinii Windows kee keessa haferraa. Sababni inni tokkoo Windows Verzhinii kee keessa gad hafee yookiis miidhaa moosajiin biroo yookiis vayirasiin geesisuun kan ka’uudha. Rakkinaa kana guutumatti furuuf, eyyamaa guutu kan qabuu Varzhinii Windows fe’uu qabda.",
"deviceproblems_usb_unknown_vendor": "USB itti qabattee kun fe’amerraa, garuu kan hojeettee enyuu akka ta’ee hin beekamu. Kana sirreessuf, taajajilaa Windows Driver Foundation atatamaan akka ka’uu taasisuun gaariidha. Gara Computer Management tab → Services tab → Windows Driver Foundation tab, and then choose the 'Startup Type: Automatic' option",
"deviceproblems_sound_card": "Kaardiin sagalee akka malee galee jira, yookiis akka inni hin hojeenne ta’eerraa",
"language_title": "Oromo"
}